Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:31 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

31 Waaqnis waan hojjete hunda ilaale; wanni sunis dhugumaan gaarii ture. Galgalas taʼe; ganamas taʼe; guyyaa jaʼaffaa.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

31 Waaqayyo waanuma hojjete hundumaa in ilaale; kunoo, innis baay'ee gaarii ture; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa ja'affaa dha*.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

31 ዋቅንስ ዋን ሆጄቴ ሁንደ እላሌ፤ ወን ሱንስ ዹጉማን ጋሪ ቱሬ። ገልገለስ ተኤ፤ ገነመስ ተኤ፤ ጉያ ጀአፋ።

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:31

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy