Uumama 1:28 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Waaqnis isaan eebbisee, “Horaa, baayʼadhaas; lafa guutaatii harka keessan jalattis bulfadhaa. Qurxummii galaanaa irratti, simbirroota samii irratti, uumama lafa irra munyuuqu hunda irratti aangoo qabaadhaa” jedheen. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Waaqayyo isaaniin,<<Horaa, baay'adhaas, lafa guutaa, isas harka jala galfadhaa! Qurxummii galaanaa irratti, simbirroota qilleensa keessa balali'an irratti, uumama lafa irra munyuuqan hundumaa irrattis mootummaa qabaadhaa!>> jedhee isaan in eebbise*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ዋቅንስ እሳን ኤብሴ፣ “ሆራ፣ ባይአዻስ፤ ለፈ ጉታቲ ሀርከኬሰን ጀለትስ ቡልፈዻ። ቁርጡሚ ገላናረት፣ ስምብሮተ ሰሚረት፣ ኡመመ ለፈረ ሙኙቁ ሁንደረት ኣንጎ ቀባዻ” ጄዼን። Viz kapitola |