Uumama 1:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Lafti kan bifa hin qabnee fi duwwaa turte; dukkannis tuujuba irra ture; Hafuurri Waaqaas bishaan irra sosochoʼa ture. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 lafti bifa hin qabu, onaas ture; callabboo gad fagoo irra dukkanatu ture, hafuurri Waaqayyoos bishaan irra in sosocho'a ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ለፍት ከን ብፈ ህንቀብኔፊ ዱዋ ቱርቴ፤ ዱከንስ ቱጁበረ ቱሬ፤ ሀፉር ዋቃስ ብሻንረ ሶሶቾአ ቱሬ። Viz kapitola |