Online Bible

- Reklamy -




Uumama 1:16 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Waaqni ifa gurguddaa lama uume; kunis akka ifni guddaan guyyaa, inni xinnaan immoo halkan moʼuuf. Akkasuma urjiiwwan illee uume.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Waaqayyo ibsoota gurguddoota lama tolche; inni caalu guyyaa, inni isa irra xinnaatu immoo halkan aboo akka argatan godhe; urjootas in tolche*.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ዋቅን እፈ ጉርጉዳ ለመ ኡሜ፤ ኩንስ አከ እፍን ጉዳን ጉያ፣ እን ጥናንሞ ሀልከን ሞኡፍ። አከሱመ ኡርጂወንሌ ኡሜ።

Viz kapitola kopírovat




Uumama 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy