Online Bible

- Reklamy -




Tiitoo 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Inni akka barsiisa dhugaatiin warra kaan gorsuu, warra barsiisa sanaan morman immoo akka dogoggora isaanii itti himee amansiisuu dandaʼuuf akkuma barsiifametti dubbii amanamaa sana jabeessee qabachuu qaba.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 barsiisa sirrii sanaan gorsuu, warra isaan mormanitti immoo balleessaa isaanii itti mul'isuu akka danda'utti, akka barsiisicha ofii fudhatetti dubbicha isa amanamaa sanatti jabaatee qabamuun isa irra jira*.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 እን አከ በርሲሰ ዹጋቲን ወረ ካን ጎርሱ፣ ወረ በርሲሰ ሰናን ሞርመንሞ አከ ዶጎጎረሳኒ እት ህሜ አመንሲሱ ደንደኡፍ አኩመ በርሲፈሜት ዱቢ አመነማ ሰነ ጀቤሴ ቀበቹ ቀበ።

Viz kapitola kopírovat




Tiitoo 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy