Roomaa 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Akka ani kadhannaa koo keessatti utuu wal irraa hin kutin isin yaadadhu Waaqni ani wangeela Ilma isaa lallabuudhaan hafuura kootiin isa tajaajilu sun dhuga baatuu koo ti; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Ani wangeela ilma isaatii lallabuudhaan garaa koo guutuudhaan Waaqayyoof nan hojjedha; inni ani hojjedhuuf kunis yeroo hundumaa kadhata koo keessatti akkan isin yaadadhu in beeka*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አከ አን ከዸትናኮ ኬሰት ኡቱ ወልራ ህንኩትን እስን ያደዹ ዋቅን አን ወንጌለ እልመሳ ለለቡዻን ሀፉረኮቲን እሰ ተጃጅሉ ሱን ዹገ ባቱኮት፤ Viz kapitola |