Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:4 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 akka Hafuura qulqullummaatti immoo warra duʼan keessaa kaʼuu isaatiin Ilma Waaqaa humna qabeessa taʼuun isaa labsamee dha; innis Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Akka qulqullummaa isaa isa hafuuraatti immoo, warra du'an keessaa ka'uudhaan Yesus Kristos gooftaan keenya ilma Waaqayyoo ta'uun isaa humnaan beeksifameera*.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 አከ ሀፉረ ቁልቁሉማትሞ ወረ ዱአን ኬሳ ከኡሳቲን እልመ ዋቃ ሁምነ ቀቤሰ ተኡንሳ ለብሰሜዸ፤ እንስ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ።

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy