ፊልጵስዩስ 1:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Akka ani jaalala Kiristoos Yesuusiin hammam hunda keessan yaadu Waaqayyo dhuga baatu koo ti. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Jaalala isa garaa Kristos Yesus keessaa argamuun akkan isin yaadu Waaqayyo in beeka*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አከ አን ጃለለ ክርስቶስ ዬሱሲን ሀመም ሁንደኬሰን ያዱ ዋቀዮ ዹገ ባቱኮት። Viz kapitola |