ፊልጵስዩስ 1:19 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 akka wanni narra gaʼe kun karaa kadhannaa keessaniitii fi karaa gargaarsa Hafuura Yesuus Kiristoosiin gara furamaatti naa geeddaramu nan beekaatii. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Kun kadhata keessaniin gargaarsa hafuura Yesus Kristosiinis gara hiikamuutti akka na geessu nan beeka*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አከ ወን ነረ ገኤ ኩን ከራ ከዸትናኬሰኒቲፊ ከራ ገርጋርሰ ሀፉረ ዬሱስ ክርስቶሲን ገረ ፉረማት ናፍ ጌደረሙ ነንቤካቲ። Viz kapitola |