ፊልጵስዩስ 1:11 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 akka ulfinaa fi galata Waaqaatiifis iji qajeelinaa kan karaa Yesuus Kiristoosiin argamuun guutamtaniif. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Ija karaa Yesus Kristos qajeelummaa irraa argamuun guutamtanii ulfina Waaqayyoo fi galata isaatiifis ta'uuf jirtu*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከ ኡልፍናፊ ገለተ ዋቃቲፍስ እጅ ቀጄልና ከን ከራ ዬሱስ ክርስቶሲን አርገሙን ጉተምተኒፍ። Viz kapitola |