Mulʼata 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ani obboleessi keessan Yohannis dhiphina keessatti, mootummaa fi obsa Yesuus Kiristoos keessattis isin wajjin kan hirmaadhu sababii dubbii Waaqaatii fi sababii dhuga baʼumsa Yesuus Kiristoosiif Phaaximoos biyya bishaaniin marfamte irran ture. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Ani Yohannis obboleessi keessan rakkina keessaa, mootummaa keessaa, obsaan Yesusii wajjin hafuu keessaas isinii wajjin nan hirmaadha. Dubbii Waaqayyoo duukaa, wanta Yesus dhugaa ba'e duukaas waanan bu'eef, biyya bishaan keessaa ishee ?Phaaximoo? jedhamtu tokkotti nan geeffame*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አን ኦቦሌስኬሰን ዮሀንስ ዽጵነ ኬሰት፣ ሞቱማፊ ኦብሰ ዬሱስ ክርስቶስ ኬሰትስ እስን ወጅን ከን ህርማዹ ሰበቢ ዱቢ ዋቃቲፊ ሰበቢ ዹገ በኡምሰ ዬሱስ ክርስቶሲፍ ፍጥሞ ብየ ብሻን ግዱ እረን ቱሬ። Viz kapitola |