Mulʼata 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 “Kunoo, inni duumessa wajjin dhufa; iji hundinuu, warri isa waraanan iyyuu isa ni argu;” saboonni lafaa hundinuus “sababii isaatiif ni wawwaatu.” Akkasuma taʼa! Ameen. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Kunoo! Inni duumessaa wajjin dhufuuf jira; iji hundinuu isa ilaaluuf jiru, warri isa waraananis immoo isa arguuf jiru; gossi nama lafa irraa hundinuu isaaf in wawwaatu; eyyee akkasuma in ta'a*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 “ኩኖ፣ እን ዱሜሰ ወጅን ዹፈ፤ እጅ ሁንድኑ፣ ወር እሰ ወራነንዩ እሰ ንአርጉ፤” ሰቦትን ለፋ ሁንድኑስ “ሰበቢሳቲፍ ንወዋቱ።” አከሱመ ተአ! አሜን። Viz kapitola |