Online Bible

- Reklamy -




Mulʼata 1:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Namni dubbii raajii kana dubbisu eebbifamaa dha; warri waan raajii sana keessatti barreeffame dhagaʼanii eeganis eebbifamoo dha; barichi dhiʼaateeraatii.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Barri kun itti raawwatamu waan dhi'aateef, namni isa inni dhugaa ba'e kana dhageessisee dubbisu, warri dubbii raajii dubbatame kana dhaga'anii, wanta isa keessatti caafames eegan attam haa gammadan*!

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ነምን ዱቢ ራጂ ከነ ዱብሱ ኤብፈማዸ፤ ወር ዋን ራጂ ሰነ ኬሰት በሬፈሜ ዸገአኒ ኤገንስ ኤብፈሞዸ፤ በርች ዽኣቴራቲ።

Viz kapitola kopírovat




Mulʼata 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy