Mulʼata 1:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Yohannis isa waan arge hundumaa jechuunis dubbii Waaqaatii fi dhuga baʼumsa Yesuus Kiristoos dhugaa baʼuu dha. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Yohannis wanta Waaqayyo dubbate, Yesus Kristos isaaf dhugaa ba'uu isaa, hamma dhaga'ee fi hamma arge dhugaa ba'eera*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዮሀንስ እሰ ዋን አርጌ ሁንዱማ ጄቹንስ ዱቢ ዋቃቲፊ ዹገ በኡምሰ ዬሱስ ክርስቶስ ዹጋ በኡዸ። Viz kapitola |