Mulʼata 1:16 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Harka isaa mirgaatiin urjiiwwan torba qabatee ture; afaan isaa keessaas goraadee qara lama qabutu baʼaa ture. Fuulli isaas biiftuu humna guutuun iftu fakkaata ture. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Harka isaa mirgaa keessaa urjoota torba qaba; afaan isaa keessaa billaa qara-qabeessa gara lamaan qarametu ba'a; fuulli isaas akka biiftuu saafaa in ifa*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ሀርከሳ ምርጋቲን ኡርጂወን ቶርበ ቀበቴ ቱሬ፤ አፋንሳ ኬሳስ ጎራዴ ቀረ ለመ ቀቡቱ በኣ ቱሬ። ፉልሳስ ቢፍቱ ሁምነ ጉቱን እፍቱ ፈካተ ቱሬ። Viz kapitola |