Mulʼata 1:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Anis guyyaa Gooftaatti Hafuuraanin ture; dugda koo duubaanis sagalee guddaa akka malakataa tokko nan dhagaʼe; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Guyyaa isa ?Guyyaa Gooftaa? jedhamee beekametti, ani hafuuraan guutameen booddee kootiin sagalee guddaa, sagalee malakataa fakkaatu tokko dhaga'e*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አንስ ጉያ ጎፍታት ሀፉራንን ቱሬ፤ ዱግደኮ ዱባንስ ሰገሌ ጉዳ አከ መለከታ ቶኮ ነንዸገኤ፤ Viz kapitola |