Luqaas 1:80 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa80 Mucichis guddatee hafuuraan jabaachaa deeme; hamma guyyaa saba Israaʼelitti mulʼateettis gammoojjii keessa jiraate. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo80 Mucichi guddachaa, hubachaas in adeema ture; hamma guyyaa mul'inatti hojii isaa saba Israa'el keessatti jalqabettis, lafa onaa keessa in jiraata ture*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ80 ሙጭችስ ጉደቴ ሀፉራን ጀባቻ ዴሜ፤ ሀመ ጉያ ሰበ እስራኤልት ሙልአቴትስ ገሞጂ ኬሰ ጅራቴ። Viz kapitola |