Luqaas 1:79 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa79 warra dukkana keessa, gaaddidduu duʼaa jala jiraniif akka ifa kennuuf; miilla keenyas karaa nagaa irra deemsisuuf.” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo79 warra dukkanaa fi gaaddisa du'aa keessatti argamanitti mul'achuudhaaf, miilla keenyas daandii nagaa irra geggeessuudhaaf? jedhe*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ79 ወረ ዱከነ ኬሰ፣ ጋድዱ ዱኣ ጀለ ጅረኒፍ አከ እፈ ኬኑፍ፤ ሚለኬኘስ ከራ ነጋረ ዴምስሱፍ።” Viz kapitola |