Luqaas 1:75 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa75 akka nu bara jireenya keenyaa guutuu qulqullinaa fi qajeelinaan, fuula isaa duratti tajaajilluuf waan kana godhe. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo75 qulqullummaa fi tolatti fuula isaa dura jiraachuudhaaf, bara jireenya keenya hundumaatti*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ75 አከ ኑ በረ ጅሬኘኬኛ ጉቱ ቁልቁልናፊ ቀጄልናን፣ ፉለሳ ዱረት ተጃጅሉፍ ዋን ከነ ጎዼ። Viz kapitola |