Luqaas 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Garuu Elsaabeex waan dhabduu turteef ijoollee hin qaban ture; lamaan isaanii iyyuu dulloomanii turan. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Haa ta'u iyyuu malee, Elsaabex dhabduu waan turteef, dhala hin godhanne; lachanuu immoo lafa guuraniiru turan*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ገሩ ኤልሳቤጥ ዋን ዸብዱ ቱርቴፍ እጆሌ ህንቀበን ቱሬ፤ ለማንሳኒዩ ዱሎመኒ ቱረን። Viz kapitola |