Luqaas 1:64 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa64 Yommusuma afaan isaa banamee arrabni isaa hiikame; innis Waaqa galateeffachuudhaan dubbachuu jalqabe. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo64 Achumaan Zakaariyaas arrabni isaa hiikamnaan dubbachuu danda'e, hundumaa duras Waaqayyoon galateeffachuu jalqabe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ64 ዮሙሱመ አፋንሳ በነሜ አረብንሳ ሂከሜ፤ እንስ ዋቀ ገለቴፈቹዻን ዱበቹ ጀልቀቤ። Viz kapitola |