Luqaas 1:63 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa63 Innis gabatee irratti barreessu kadhatee, “Maqaan isaa Yohannis” jedhee barreesse; hundi isaaniis ni dinqifatan. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo63 Zakaariyaasis waan irratti caafu akka isaaf kennaniif gaafatee maqaan isaa Yohannis jedhama, jedhee caafnaan, hundumti isaanii raajeffatan*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ63 እንስ ገበቴ እረት በሬሱ ከዸቴ፣ “መቃንሳ ዮሀንስ” ጄዼ በሬሴ፤ ሁንድሳኒስ ንድንቅፈተን። Viz kapitola |