Luqaas 1:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Lamaan isaanii iyyuu ajajaa fi seera Gooftaa hunda mudaa malee eeguudhaan fuula Waaqaa duratti qajeeltota turan. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Lachuun isaanii abboommii gooftaatii fi seera isaa raawwachaa fuula Waaqayyoo duratti jireenya qajeelaa jiraatan*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ለማንሳኒዩ አጀጃፊ ሴረ ጎፍታ ሁንደ ሙዳ መሌ ኤጉዻን ፉለ ዋቃ ዱረት ቀጄልቶተ ቱረን። Viz kapitola |