Luqaas 1:39 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa39 Yeroo sana Maariyaam kaatee ariitiidhaan gara magaalaa baddaa biyya Yihuudaa tokkoo dhaqxe. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo39 Kana booddee utuu hin turin Maariyaam kaatee ariifattee baddaatti ol baate, gara mandara Yihudaa dhaqxe. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ39 ዬሮ ሰነ ማርያም ካቴ አሪቲዻን ገረ መጋላ በዳ ብየ ይሁዳ ቶኮ ዸቅጤ። Viz kapitola |