Luqaas 1:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Kanaafuu yaa Tewofilos kabajamaa, anis jalqabumaa kaasee waan hundumaa sirriitti ergan qoradhee booddee seenaa sana wal duraa duubaan siif barreessuun waan gaarii natti fakkaateera. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Anis immoo dubbii kana jalqaba isaatii jalqabee, keessa lixee qoraa waanan tureef, tarreetti galchee siif caafuun gaarii fakkaatee anatti mul'ate*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ከናፉ ያ ቴዎፍሎስ ከበጀማ፣ አንስ ጀልቀቡማ ካሴ ዋን ሁንዱማ ስሪት ኤርገን ቆረዼ ቦዴ ሴና ሰነ ወል ዱራ ዱባን ሲፍ በሬሱን ዋን ጋሪ ነት ፈካቴረ። Viz kapitola |