Luqaas 1:26 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Jiʼa jaʼaffaattis Gabriʼeel Ergamichi Waaqa biraa gara magaalaa Naazreeti ishee Galiilaa keessatti argamtuutti ergame; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Elsaabex ulfooftee ji'a ja'affaatti, ergamichi Gabri'el Waaqayyo biraa kutaa biyya Galiilaa mandara Naazireet jedhamutti ergame. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ጅአ ጀአፋትስ ገብርኤል ኤርገምች ዋቀ ብራ ገረ መጋላ ናዝሬት እሼ ገሊላ ኬሰት አርገምቱት ኤርገሜ፤ Viz kapitola |