Luqaas 1:25 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Isheenis, “Gooftaan salphina namoota gidduutti narra ture narraa kaasuuf jedhee guyyaa arjummaan na yaadatetti waan kana naa godhe” jette. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Isheen, ?Kun hojii gooftaa ti, amma gara booddeetti na yaadatee, namoota gidduutti ceephoo na irra ture ana irraa fageesse? jette*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 እሼንስ፣ “ጎፍታን ሰልጵነ ነሞተ ግዱት ነረ ቱሬ ነራ ካሱፍ ጄዼ ጉያ አርጁማን ነ ያደቴት ዋን ከነ ናፍ ጎዼ” ጄቴ። Viz kapitola |