Luqaas 1:21 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Uummannis yeroo sana sababii Zakkaariyaas yeroo akkas dheeratu mana qulqullummaa keessa tureef dinqifachaa isa eegaa ture. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Sabni gad ba'uu Zakaariyaas eeggachaa ture sun, mana qulqullummaa keessa hamma kana waan inni tureef in dinqifate. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ኡመትንስ ዬሮ ሰነ ሰበቢ ዘካርያስ ዬሮ አከስ ዼረቱ መነ ቁልቁሉማ ኬሰ ቱሬፍ ድንቅፈቻ እሰ ኤጋ ቱሬ። Viz kapitola |