Luqaas 1:19 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Ergamaan sunis akkana jedhee deebiseef; “Ani Gabriʼeel isa fuula Waaqaa dura dhaabatuu dha; anis sitti dubbachuu fi oduu gammachiisaa kana sitti himuuf ergameera. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ergamichi immoo, ?Ani Gabri'elii dha, fuula Waaqayyoo dura kanan dhaabadhu, misraachoo kana sitti himuudhaafan ergame*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ኤርገማን ሱንስ አከነ ጄዼ ዴብሴፍ፤ “አን ገብርኤል እሰ ፉለ ዋቃ ዱረ ዻበቱዸ፤ አንስ ስት ዱበቹፊ ኦዱ ገመቺሳ ከነ ስት ህሙፍ ኤርገሜረ። Viz kapitola |