Lallaba 1:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Wanni hundinuu hamma namni tokko dubbachuu dandaʼu caalaa dadhabsiisaa dha. Iji argee hin quufu; yookaan gurri dhagaʼee hin guutu. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Wanti hundinuu hamma namni isa dubbachuu dadhabutti, nama dadhabsiisa; iji argu hin quufu; gurris dhaga'uudhaan hin guutu*; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ወን ሁንድኑ ሀመ ነምን ቶኮ ዱበቹ ደንደኡ ጫላ ደዸብሲሳዸ። እጅ አርጌ ህንቁፉ፤ ዮካን ጉር ዸገኤ ህንጉቱ። Viz kapitola |