Lallaba 1:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Bubbeen gara kibbaatti bubbisa; gara kaabaattis ni deebiʼa; innis naannaʼuma naannaʼee deema; karaa isaa irras deddeebiʼa. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 qilleensi gara mirgaatti in qilleensa'a, gara bitaattis in naanna'a; naanna'ees gara dur dhufetti in deebi'a. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ቡቤን ገረ ክባት ቡብሰ፤ ገረ ካባትስ ንዴብአ፤ እንስ ናነኡመ ናነኤ ዴመ፤ ከራሳረስ ዴዴብአ። Viz kapitola |