Lakkoobsa 1:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Waldaa saba Israaʼel hunda lakkaaʼaatii balbala balbalaanii fi maatii maatiidhaan maqaa dhiirotaa tokko tokkoon barreessaa. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Inni Museedhaan,<<Guutummaa waldaa namoota Israa'el akka qomoo qomoo isaaniitti, akka mana mana abbaa isaaniitti dhiira kan ta'e hundumaa lakkaa'ii maqaa isaanii caafi! Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “ወልዳ ሰበ እስራኤል ሁንደ ለካኣቲ በልበለ በልበላኒፊ ማቲ ማቲዻን መቃ ዺሮታ ቶኮ ቶኮን በሬሳ። Viz kapitola |