Online Bible

- Reklamy -




አቦቲ ሙርቲ 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Ergasiis namoonni Yihuudaa Kanaʼaanota biyya gaaraa, Negeebii fi gammoojjii karaa lixa biiftuu keessa jiraatan loluudhaaf gad buʼan.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Kana booddee namoonni Yihudaa Kana'aanota warra biyya gaaraa, biyya gara mirgaatii fi gammoojii jiraatan loluudhaaf in ba'an*.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ኤርገሲስ ነሞትን ይሁዳ ከነኣኖተ ብየ ጋራ፣ ኔጌቢፊ ገሞጂ ከራ ልጠ ቢፍቱ ኬሰ ጅራተን ሎሉዻፍ ገድ ቡአን።

Viz kapitola kopírovat




አቦቲ ሙርቲ 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy