አቦቲ ሙርቲ 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Achittis Adoonii-Bezeq arganii isa lolan; Kanaʼaanotaa fi Feerzotas moʼatan. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Mootii,<<Adonii-Bezeq>> jedhamus achumatti argatanii isa lolanii, Kana'aanotaa fi Pheriizota warra hafan in rukutan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አችትስ አዶኒ-ቤዜቅ አርገኒ እሰ ሎለን፤ ከነኣኖታፊ ፌርዞተስ ሞአተን። Viz kapitola |