አቦቲ ሙርቲ 1:36 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa36 Daariin Amoorotaa Aqrabiimii jalqabee karaa Seelaatiin ol baʼa ture. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo36 Daariin warra Amoorotaa karaa Aqrabiim kattaa irraa jalqabee hamma gara oliitti ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ36 ዳሪን አሞሮታ አቅረቢሚ ጀልቀቤ ከራ ሴላቲን ኦል በአ ቱሬ። Viz kapitola |