አቦቲ ሙርቲ 1:26 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Namichis gara Heetotaa deemee magaalaa Loozaa jedhamtu hundeesse; isheenis hamma ammaatti Luuzi jedhamtee waamamti. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Namichis biyya Heetotaatti galee, mandara maqaan isaa hamma har'aatti iyyuu<<Luz>> jedhamee beekamu in ijaare. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ነምችስ ገረ ሄቶታ ዴሜ መጋላ ሎዛ ጄዸምቱ ሁንዴሴ፤ እሼንስ ሀመ አማት ሉዝ ጄዸምቴ ዋመምት። Viz kapitola |