አቦቲ ሙርቲ 1:22 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Gosti Yoosef immoo Beetʼeel waraanan; Waaqayyos isaan wajjin ture. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Gosi Yoseef mandara Bet'el rukutuudhaaf yommuu ba'an, Waaqayyo isaanii wajjin ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ጎስት ዮሴፍሞ ቤትኤል ወራነን፤ ዋቀዮስ እሳን ወጅን ቱሬ። Viz kapitola |