አቦቲ ሙርቲ 1:1 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Erga Iyyaasuun duʼee booddee Israaʼeloonni, “Kanaʼaanota loluudhaaf eenyu dursee nuuf haa baʼu?” jedhanii Waaqayyoon gaafatan. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Iyaasuun erga du'ee booddee ijoolleen Israa'el,<<Kana'aanota loluudhaaf nu keessaa Gosi eenyuu dura haa bu'u?>> jedhanii Waaqayyoon in gaafatan*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኤርገ እያሱን ዱኤ ቦዴ እስራኤሎን፣ “ከነኣኖተ ሎሉዻፍ ኤኙ ዱርሴ ኑፍ ሃበኡ?” ጄዸኒ ዋቀዮን ጋፈተን። Viz kapitola |