Online Bible

- Reklamy -




Haagee 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 “Isin waan baayʼee abdattan; garuu ni xinnaate. Isin manatti galfattan ani immoo nan afuufe. Kun maaliif taʼee?” jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu. “Kun sababii utuu manni koo diigamee jiruu tokkoon tokkoon keessan gara mana keessaniitti fiigdaniif.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Isin baay'ee galfanna jettanii abdattan; garuu muraasa galfattan; wanta isin galfattan sanas ani afuufee nan balleesse; maaliifan kana godhe>> Manni qulqullummaa koo diigamee utuu jiruu isin immoo adduma addaan waa'ee mana keessaniitiif asii fi achi waan fiigdaniif kun ta'e.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 “እስን ዋን ባይኤ አብደተን፤ ገሩ ንጥናቴ። እስን መነት ገልፈተን አንሞ ነንአፉፌ። ኩን ማሊፍ ተኤ?” ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ። “ኩን ሰበቢ ኡቱ መንኮ ዲገሜ ጅሩ ቶኮን ቶኮንኬሰን ገረ መነኬሰኒት ፊግደኒፍ።

Viz kapitola kopírovat




Haagee 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy