Online Bible

- Reklamy -




Haagee 1:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Tulluutti ol baʼaa; muka fidaa; manicha ijaaraa; anis isatti nan gammada; nan kabajamas” jedha Waaqayyo.

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Amma gara tulluutti ol ba'aa muka fidaatii, mana qulqullummaa koo ijaaraa! Yommus ani isatti nan gammada, ittis nan galateeffama.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ቱሉት ኦል በኣ፤ ሙከ ፍዳ፤ መንቸ እጃራ፤ አንስ እሰት ነንገመደ፤ ነንከበጀመስ” ጄዸ ዋቀዮ።

Viz kapitola kopírovat




Haagee 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy