Haagee 1:13 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Ergasii Haageen ergamaan Waaqayyoo sun akkana jedhee ergaa Waaqayyoo kana sabatti hime: “Ani isin wajjinan jira” jedha Waaqayyo. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kanaaf Haageen inni Waaqayyo erge sun, ergaa kanatti fufee jiru sabatti in hime. Waaqayyo,<<Ani isinii wajjinan jira>> jedhee dubbateera*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኤርገሲ ሃጌን ኤርገማን ዋቀዮ ሱን አከነ ጄዼ ኤርጋ ዋቀዮ ከነ ሰበት ህሜ፦ “አን እስን ወጅነን ጅረ” ጄዸ ዋቀዮ። Viz kapitola |