Fiilmoonaa 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 sababii jaalalaatiif cimseen si kadhadha. Egaa ani Phaawulos jaarsichii fi ammas Kiristoos Yesuusiif kanan hidhame, Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 garuu ani Phaawulos jaarsichi, ammas Kristos Yesusiif jedhee kanan hidhame, jaalalaaf jedhee si gorsuu nan fo'adha*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ሰበቢ ጃለላቲፍ ጭምሴን ስ ከዸዸ። ኤጋ አን ጳዉሎስ ጃርስቺፊ አመስ ክርስቶስ ዬሱሲፍ ከነን ህዸሜ፣ Viz kapitola |