Fiilmoonaa 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Yaa obboleessa, waan ati garaa qulqullootaa qabbaneessiteef jaalalli kee gammachuu fi jajjabina guddaa naa kenneera. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Yaa obboleessa ko, ati warra Waaqayyoof qulqullaa'an garaa ciibsiteetta; kanaanis ani jaalala kee keessaa gammachuudhaaf jajjabina baay'ee argadheera*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ያ ኦቦሌሰ፣ ዋን አት ገራ ቁልቁሎታ ቀበኔስቴፍ ጃለልኬ ገመቹፊ ጀጀብነ ጉዳ ና ኬኔረ። Viz kapitola |