Fiilmoonaa 1:24 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Akkasumas warri na wajjin hojjetan Maarqos, Arisxirokoos, Deemaasii fi Luqaas nagaa siif dhaamu. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Maarqos, Arisxaarkos, Deemaas, Luqaasis hojiitti hidhata koo kan ta'an nagaa siif dhi'eessu*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 አከሱመስ ወር ነ ወጅን ሆጄተን ማርቆስ፣ አርስጥሮኮስ፣ ዴማሲፊ ሉቃስ ነጋ ሲፍ ዻሙ። Viz kapitola |