Fiilmoonaa 1:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 akkanumas gara obboleettii keenya Aphifiyaatti, gara Arkiphaa isa nu wajjin loltuu taʼeetti, gara waldaa kiristaanaa ishee mana keetti walitti qabamtuuttis: Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 akkasumas gara obboleettii keenya Aaphifiiyaatti, gara Arkiphos isa wal'aansoo keessatti hidhata keenya ta'eetti, gara waldaa mana keetti walitti qabamuuttis, kana caafuu koo ti*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አከኑመስ ገረ ኦቦሌቲኬኘ አጵፍያት፣ ገረ አርክጳ እሰ ኑ ወጅን ሎልቱ ተኤት፣ ገረ ወልዳ ክርስታና እሼ መነኬት ወልት ቀበምቱትስ። Viz kapitola |