Fiilmoonaa 1:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 ilma koo Oneesimoos isa ani hidhamuu kootiin dhalche sanaaf sin kadhadha. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Waa'ee ilma koo Oneesimos isa ani mana hidhaa keessa taa'ee abbaa ta'eefii, sin dhageessifadha*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እልመኮ አናሲሞስ እሰ አን ህዸሙኮቲን ዸልቼ ሰናፍ ስን ከዸዸ። Viz kapitola |