Faarfannaa 1:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Inni akkuma muka qarqara bishaan yaaʼuu dhaabamee yeroo isaatti ija isaa kennu, kan baalli isaas hin coollagnee ti; wanni inni hojjetu hundinuus ni tolaaf. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Inni akka muka isa bishaan yaa'aa qarqara dhaabamee, yeroo yeroo isaatti ija kennuu, baalli isaas gogee hin harcaanee ti; wanti inni hojjetu hundinuus wal in qixxaataaf*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እን አኩመ ሙከ ቀርቀረ ብሻን ያኡ ዻበሜ ዬሮሳት እጀሳ ኬኑ፣ ከን ባልሳስ ህንጮለግኔት፤ ወን እን ሆጄቱ ሁንድኑስ ንቶላፍ። Viz kapitola |