Efesoon 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Nus isumaan akkuma badhaadhummaa ayyaana Waaqaatti dhiiga isaatiin furama jechuunis, dhiifama cubbuu arganneerra; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ኑስ እሱማን አኩመ በዻዹማ አያነ ዋቃት ዺገሳቲን ፉረመ ጄቹንስ፣ ዺፈመ ጩቡ ቀብነ፤ Viz kapitola |