Efesoon 1:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 kunis akka ulfinni ayyaana isaa kan inni Ilma isaa jaallatamaa sanaan toluma nuu kenne sun jajamuuf. Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Kunis guddina ayyaana isaa, isa inni ilma isaa isa jaallatamaadhaan nutti tole nuuf kenne in galateeffachiisa*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ኩንስ አከ ኡልፍን አያነሳ ከን እን እልመሳ ጃለተማ ሰናን ቶሉመ ኑ ኬኔ ሱን ጀጀሙፍ። Viz kapitola |