Efesoon 1:22 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Waaqnis waan hunda miilla isaa jala galche; waldaa kiristaanaatiifis mataa waan hundaa godhee isa kenne; Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Waaqayyo waan hundumaa miilla Kristos jala kaa'e; goofticha waan hundumaa gara irraa jiru kanas waldaa kristiiyaanaatiif mataa godhee kenne*. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ዋቅንስ ዋን ሁንደ ሚለሳ ጀለ ገልቼ፤ ወልዳ ክርስታናቲፍስ መታ ዋን ሁንዳ ጎዼ እሰ ኬኔ፤ Viz kapitola |